Oromiya: Mootummaa qonna ammayyeessuun ce’umsa baadiyyaa milkaneessuuf hojjechaa jira
Misryoum reports Oromiya’s government says it is modernizing farming to improve rural livelihoods and outputs through new tools and services.
Mootummaan qonna ammayyeessuun ce’umsa baadiyyaa milkaneessuuf hojjechaa jira.” Obbo Hayiluu Addunyaa.. By: Dhugasa Nigatu May 5, 2026 ‘OBN Cyber Media’ Ebla 27, 2018 Mootummaan Naannoo Oromiyaa qonna naannichaa, yeroo dheeraaf humna namaa fi harkaan misoomaa ture gara fayyadama teeknooloojii ammayyaatti akka ce’uuf tarkaanfiilee hedduu fudhachaa jira.. Kana milkeessuufis, tiraaktaroota, kompaayinaroota, akkasumas meeshaalee qonnaa ammayyaa bal’inaan dhiyeessuun yeroo hojii gabaabsuu, baasii hir’isuu, oomishaafi oomishtummaa guddisuuf hojii bal’aan hojjetamaa jira.. Guyyaa har’aas Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosatitti
rooba Gannaan Boloqqee Kilaastaraan misoomsuuf qonni eegalameera.. Mootummaan Naannoo Oromiyaa damee qonnaa guddisuuf qonnaa ammayyeessuun ce’uumsa baadiyyaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjetaa jira jedhan Hoogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaa.. Inisheetiviiwwan qonnaa hojiirra oolan bu’aa qonnarraa argamu dabaluun, diinagdee naannichaa utubaa jiru jedhan.. Godina Shawaa Bahaatti Qonna Gannaa Bara 2018/19’n lafa heektaara Kuma 500 olirratti misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Bulchaan godinichaa Obbo Abbaabbuu Waaqoo himan.. Margaa Cimdeessaan Previous articleKabaja lammiileef aarsaa kaffalame!. Dhugasa Nigatu Share post: FacebookTwitterPinterestWhatsAppLinkedinPrintTelegramCopy
URL Kabaja lammiileef aarsaa kaffalame!. “Biyya keenyatti osoo hojjechuu dandeenyuu maaliif alaa galchina” Faantuw Muluu.. “Bishaanii sirnaan yoo hoogganame, jijjiirama dinagdee fiduu dandeenya” Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa.. Dafqaan bultoota dafqaan biyya ijaaraa jiran!. “Qonnni keenya jijjiirama bu’uuraa galmeessisuurratti argama”- Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa.. More like thisRelated Kabaja lammiileef aarsaa kaffalame!. Dhugasa Nigatu – May 5, 2026 ‘OBN Cyber Media’ Ebla 27,2018 Guyyaan Yaadannoo injifannoo Dirree Waraana…. “Biyya keenyatti osoo hojjechuu dandeenyuu maaliif alaa galchina” Faantuw Muluu.. Dhugasa
Nigatu – May 3, 2026 OBN Cyber Media’ Ebla 25,2018 “Waa cabsan, waa cobsan”…. “Bishaanii sirnaan yoo hoogganame, jijjiirama dinagdee fiduu dandeenya” Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa.. Dhugasa Nigatu – May 3, 2026 ‘OBN Cyber Media’ Ebla 24,2018 To’annaa sochiifi ga’umsa hojiilee misoomaafi…. Dafqaan bultoota dafqaan biyya ijaaraa jiran!. Dhugasa Nigatu – May 1, 2026 OBN Cyber Media’ Ebla 23,201 Akka ALA 1800 guddina…